Kalaqoonni baayyeen addunyaa kana jijjiraniiru. Kalaqoonni baay'een ammoo kallattii hin taaneen itti fayyadamuun balaawwaan gurguddaa geessisaniiru. Kanneen keessaa kan oomisha meeshalee waraanaaf ...
Ahimad Mohaammad Adam Dirree Dhawaatti dhalatee guddate. Umurii ijoollummaa isarraa kaasee waa uumuun ykn tolchuun gammachuu akka isaaf kenna dubbata. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa wayita jirurraa ...